Jump to content

User:Ararso Ebrahim Mumed

From Wikimania

Nagaan Nuuf Koottaa❗️

📌Gareen Atileetiksii Itoophiyaa🇪🇹 kan shaampiyoona atileetiksii addunyaa Origoon 2022 irratti meedaaliyaa Warqee 4, Meetii 4 fi Naasa 2 argachuun addunyaa irraa sadarkaa 2ffaa fi Afrikaa irraa 1ffaan xumure boru gara biyyaatti ni deebi'u.

✍️Nagaan koottaa Daraartuu Tulluu fi ijoolleen Daree❗️

4 🥇 4 🥈 2 🥉